Jireenyaa Fi Tajaajila Yesuus Kiristoos - Obbo Dirribaa Ayyelee Saaqqataa - Bøker - Createspace Independent Publishing Platf - 9781726353045 - 7. september 2018
Ved uoverensstemmelse mellom cover og tittel gjelder tittel

Jireenyaa Fi Tajaajila Yesuus Kiristoos

Obbo Dirribaa Ayyelee Saaqqataa

Pris
NOK 179

Bestillingsvarer

Forventes levert 9. - 19. jul
Legg til iMusic ønskeliste

Jireenyaa Fi Tajaajila Yesuus Kiristoos

Akkuma mata dureen isaa jedhu macaafni kun waa'ee Jireenyaa fi dhaloota Yesuus kiristoos dubbata. keessumaa kiristiyaanotaaf bifa kanaan afaan oromoon barreeffamuun macaafa kanaa bu'aa gudda qabaata. macaafichi hanga danda'ametti akka namootni hundumtuu salphaatti hubachuu dandaa'anitti itti yaadamee waan qophaa'eef bu'aa gaari qabaata jedheen yaada. yaada macaafa kana irra jiru haala gaariidhaan dubbisanii hubachuu jechuun dhuunfaa ofiittis ittijieaachuuf, akkasumas itiin taajaajiluufis bu'uura jabaa ta'e tokko dhaabachuudha. ani akkan yaadutti mata duree kanaan bifa kanaan afaan Oromoon barreeffamuun isaa isa jalqabaati jedheen yaada. manneen barumsaa mcaafa qulqulluu gita dipiloomaatti jiran illee yoo itti gargaaraman akka gargaarnuu danda'u beektonni macaafa kana dursanii ilaallan dhugaa ba'aniiru. gabaadhumatti macaafni kun seenaa dhuunfaa Yesuus haala inni keessatti guddatee fi waaee tajaajila isaatii bal'inaan ibsa. dubbisa gaarii!

Media Bøker     Pocketbok   (Bok med mykt omslag og limt rygg)
Utgitt 7. september 2018
ISBN13 9781726353045
Utgivere Createspace Independent Publishing Platf
Antall sider 122
Mål 152 × 229 × 7 mm   ·   190 g
Språk Oromo